Naannoo Beeniishaanguul Guumuuz aanaa Bulanii ganda Kujjiitti farreen nageenyaa lammiilee nagaarratti haleellaa raawwatan 42 irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsameera.
Naannoo Beeniishaanguul Guumuuz aanaa Bulanii ganda Kujjiitti farreen nageenyaa lammiilee nagaarratti haleellaa raawwatan 42 irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsameera.
Ajjeechaa lammiilee nagaarratti raawwate hordofee Raayyaan Ittisa Biyyaa farreen nageenyaa 42 irratti tarkaanfii fudhachuu eerrameera.
Raayyaan Ittisa Biyyaa meeshaalee waraanaa ergama badii raawwachuuf turan hedduus too’annoo jala oolchuu ragaan Biiroo Dhimmoota Koominikeeshinii Mootummaa naannichaarraa argame ni agarsiisa.
Maddi: FBC
Comments
Post a Comment