Naannoo Oromiyaatti barnoota Afaan Somaalee barsiisuun eegalame

Naannoo Oromiyaatti barnoota Afaan Somaalee barsiisuun eegalame Hoogantoonni Biiroon Barnoota Naannoo Oromiyaa fi Naannoo Somaalee Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksan Mana Baruumsa Sadarkaa 1ffaa Waliditti argamuun Afaan Somaaleen ( AF-Somalee) Adeemsa baruufi barsiisuu jalqabsiisaniiru. Godina Harargee Bahaa fi Lixaatti, manneen barnootaa 11 ta’an keessatti akka Afaan dabalataatti Afaan Somaalee kan keessatti barsiifaman ta’uu Itti Aanaan … Naannoo Oromiyaatti barnoota Afaan Somaalee barsiisuun eegalame Read More » The post Naannoo Oromiyaatti barnoota Afaan Somaalee barsiisuun eegalame appeared first on ETHIOPIANS TODAY.
http://dlvr.it/RpgZQ0

Comments