“Finfinneefi GAONF seenaan, aadaan, duudhaafi uumaan tokko” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa

“Finfinneefi GAONF seenaan, aadaan, duudhaafi uumaan tokko” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa. Finfinneefi godinni kun bu’aa siyaasaaf jecha hundeeffama Finfinneerraa hanga Boqonnaa jijjiiramaatti walirraa dhiibamaa ture, amma kun seenaa ta’ee darbeera, seenaa haaraatu jalqabamaa jira jedhan PMNO obbo Shimallis Abdiisaa Finfinneefi GAONF kan alaa alatti wal dheessu osoo hintaane qaama waliiti, Finfinneen GAONF malee jiraachuus hin … “Finfinneefi GAONF seenaan, aadaan, duudhaafi uumaan tokko” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa Read More » The post “Finfinneefi GAONF seenaan, aadaan, duudhaafi uumaan tokko” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa appeared first on ETHIOPIANS TODAY.
http://dlvr.it/RtYZ7c

Comments