“Namoonni siyaasaa of caalaa biyyaafi saba dursuu qabu” – Doktar Gammachiis Dastaa

“Namoonni siyaasaa of caalaa biyyaafi saba dursuu qabu” – Doktar Gammachiis Dastaa Nama lallaba amantii pirotestaantii keessatti daran jaalataman, akkasumas leenjii gaggeessummaarratti kennaniin qalbii namaa kan hawatan, chaanaaliiwwan amantii kanneen akka Mo’aafi ‘Evangelical’ akkasumas, kan biyya lafaa (kan amantii hintaane) ‘LTV’ hundeessuun kan hogganan Doktar Gammachiis Dastaa keessumaa keenya maxxansa kanaati. Dubbisa gaarii! Bariisaa: Doktar … “Namoonni siyaasaa of caalaa biyyaafi saba dursuu qabu” – Doktar Gammachiis Dastaa Read More » The post “Namoonni siyaasaa of caalaa biyyaafi saba dursuu qabu” – Doktar Gammachiis Dastaa appeared first on ETHIOPIANS TODAY.
http://dlvr.it/RsGxDN

Comments