“Hayyoonni Oromoo eenyummaafi seenaa Oromoo karaa gurmaa’een barreessuun dhalootatti dabarsuuf itti gaafatamummaa guddaa qabu” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa

“Hayyoonni Oromoo eenyummaafi seenaa Oromoo karaa gurmaa’een barreessuun dhalootatti dabarsuuf itti gaafatamummaa guddaa qabu” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa. Pireezedaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa hayyuu seenaa obbo Taaboor Waamiitiin kitaabaa mata duree “Eenyummaa Oromoofi Seenaasaa” jedhuun barreeffame keessummaa kabajaa tahuun eebbisaniiru. Hayyoonni Oromoo eenyummaafi seenaa Oromoo karaa gurmaa’een walitti qabuufi barreessuun dhalootatti dabarsuufi warri … “Hayyoonni Oromoo eenyummaafi seenaa Oromoo karaa gurmaa’een barreessuun dhalootatti dabarsuuf itti gaafatamummaa guddaa qabu” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa Read More » The post “Hayyoonni Oromoo eenyummaafi seenaa Oromoo karaa gurmaa’een barreessuun dhalootatti dabarsuuf itti gaafatamummaa guddaa qabu” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa appeared first on ETHIOPIANS TODAY.
http://dlvr.it/RyPhy3

Comments