Kitaabni OROMOO FI FINFINNEE jedhu kan Darajjee Bahaaruu Margaatiin barreeffame har’a eebbifame Kitaabni OROMOO FI FINFINNEE jedhu kan Darajjee Bahaaruu Margaatiin barreeffame guyyaa har’a eebbifameera. Kitaabni kun seenaa Oromoo, Sirna Gadaa, dhiibbaa sirni bulchiinsotaa darban Oromoo irraan gahan, Seenaa gootota Oromoo fi dhugaa Oromoon Finfinneerraa qabu kan of keessatti qabatedha. Akka gabaasa ‘Prime Media’tti kitaabni …
Kitaabni OROMOO FI FINFINNEE jedhu kan Darajjee Bahaaruu Margaatiin barreeffame har’a eebbifame Read More »
The post Kitaabni OROMOO FI FINFINNEE jedhu kan Darajjee Bahaaruu Margaatiin barreeffame har’a eebbifame appeared first on ETHIOPIANS TODAY.
http://dlvr.it/RyNx6S
http://dlvr.it/RyNx6S
Comments
Post a Comment