Naannoo Amaaraatti hiriira tibbana ba’ame irratti dhaadannoowan dhaga’aman tokko tokko aad-malee dha: Abboot ii Gadaa Oromiyaa

Naannoo Amaaraatti hiriira tibbana ba’ame irratti dhaadannoowan dhaga’aman tokko tokko aad-malee dha: Abbootii Gadaa Oromiyaa “Jechi gidduu kana dhaga’uu jirru…. eenyummaa namaa tuqu. Warri siyaasaa akkuma fedhetti waan fedhe waliin jechu danda’a malee, jechi eenyummaa namaa tuqee, eenyummaa namaa arrabsu sun, eenyummaa namaa abaaru sun, jecha hin barbaachifne“ Jiloo Mandhoo, Abbaa Gadaa Gujii, Walitti Qabaan … Naannoo Amaaraatti hiriira tibbana ba’ame irratti dhaadannoowan dhaga’aman tokko tokko aad-malee dha: Abboot ii Gadaa Oromiyaa Read More » The post Naannoo Amaaraatti hiriira tibbana ba’ame irratti dhaadannoowan dhaga’aman tokko tokko aad-malee dha: Abboot ii Gadaa Oromiyaa appeared first on ETHIOPIANS TODAY.
http://dlvr.it/RyLWdm

Comments