Baankiin Siinqee Hundeeffame

Baankiin Siinqee Hundeeffame Waldaan Aksiiyonaa Liqii fi Qusannoo Oromiyaa (WALQO)-n labsii lakk. 626/2009 fi qajeelfama Baankii Biyyoolessaa lakk. SBB/74/2020 bu’uura godhachuun murtoo abbootii akisyoonaa fi kallattii mootummaa naannoo Oromiyaatiin moggaasa maqaa “Baankii Siinqee” jedhu qabatee gara baankiitti ce’eera. Baankiin Siinqee kaappitala kaffalame qarshii biiliyoona 7.4 akkasumas kaappitala Subscribed ta’e biiloyoona 15 galmeessisuudhaan hundeeffame. Baankiin kaappitaala … Baankiin Siinqee Hundeeffame Read More » The post Baankiin Siinqee Hundeeffame appeared first on ETHIOPIANS TODAY.
http://dlvr.it/S0HpZH

Comments