Godina Guraageetti manni barumsaa mootummaa Naannoo Oromiyaatiin ijaaramuufi

Godina Guraageetti manni barumsaa mootummaa Naannoo Oromiyaatiin ijaaramuufi Naannoo saboota sablammootafi ummattoota kibbaa godina Guraageetti mana barumsaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin ijaaramuuf Pirezdaantii MNO Obbo Shimallis Abdiisaan dhagaan bu’uuraa kaa’ameera.Manni barumsaa sadarkaa 2fa Gusbaajayi Aanaa Inaamoor Inaariitti bajata barbaachisu hunda naannoo Oromiyaan kan hojjatamee xumuramu ta’uus ragaan arganne ni mul’isa. Hojiin Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin hojjatamuuf eegalame … Godina Guraageetti manni barumsaa mootummaa Naannoo Oromiyaatiin ijaaramuufi Read More » The post Godina Guraageetti manni barumsaa mootummaa Naannoo Oromiyaatiin ijaaramuufi appeared first on ETHIOPIANS TODAY.
http://dlvr.it/S0j6b6

Comments