Zimbaabween namticha uffata ‘ekeraan’ nama saamu to’annoo jala oolchite Zimbaabween kutaa Kibba biyyattii Guutuu jedhamu keessatti namticha uffannaa ’ekeraa’ fakkaatu uffatee namoota sodaachisuun saamuun shakkame to’achuu miidiyaan biyyattii gabaase. Dubbii himaan Poolisii biyyattii Paul Nyathi, namtichi maqaan isaa Normaan Chagwiza jedhamu manneen lama saamuu mirkanaa’eera jedhan. Ekeraa fakkaatee namoota sodaachisuun, namoonni wayita baqatan qabeenyasaanii saamaa …
Zimbaabween namticha uffata ‘ekeraan’ nama saamu to’annoo jala oolchite Read More »
The post Zimbaabween namticha uffata ‘ekeraan’ nama saamu to’annoo jala oolchite appeared first on ETHIOPIANS TODAY.
http://dlvr.it/S0fWQz
http://dlvr.it/S0fWQz
Comments
Post a Comment