Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qormaata Madaalli Ga’umsa Ogummaa Qopheessuusaa beeksiise. Qormaanni madaalli gahumsa ogummaa kun Wixata, Caamsaa 30 bara 2013 kennama jedhameera. Galtee qulqullina barnootaa ta’u jedhamanii tarsiimoowwan ka’amanii gara hojiitti galaman keessa Qormaanni Madaalli Gahumsa Ogummaa isa tokko tahuu Biirichi eereera. Tarsiimoon kun akka biyyaatti jalqabbi irra kan jiru tahus, hanqina isaa waliin bu’aa galmeessiisaa […]
The post Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qormaata Madaalli Ga’umsa Ogummaa Qopheessuusaa beeksiise appeared first on ETHIOPIANS TODAY.
http://dlvr.it/S18B06
http://dlvr.it/S18B06
Comments
Post a Comment