Barreessaan Asoosama Afaan Oromoo jalqabaa Gaaddisaa Birruu boqatan

Barreessaan Asoosama Afaan Oromoo jalqabaa Gaaddisaa Birruu boqatan Barreessaan Asoosama Afaan Oromoo jalqabaa Gaaddisaa Birruu Waaqaa addunyaa kanarraa du’aan boqatan.Afaan Oromoodhaan asoosama jalqabaati kan jedhamu Kuusaa Gadoo kan barreessan obbo Gaaddisaa Birruu addunyaa kanarraa du’aan boqataniiru. Gaaddisaan Birruu abbaa isaa Birruu Waaqaa fi harmee isaa Bijigee Gonfaa irraa bara 1950 A.L.Itti, Godina Arsii, Magaalaa Boqqojjiitti […] The post Barreessaan Asoosama Afaan Oromoo jalqabaa Gaaddisaa Birruu boqatan appeared first on ETHIOPIANS TODAY.
http://dlvr.it/S44p9n

Comments